🎴
🎴🚩BarnootaShawaaBahaa 25/1/2019[Adaamaa]
🎴🚩BarnootaShawaaBahaa 25/1/2019[Adaamaa]
Bu'aa Dorgommii Qaxarrii Beeksisa Ogummaa Barsiisummaa Digrii Applied/BED
~~
Waajjiirri Barnootaa Godina Shawaa Bahaa beeksisa qaxarrii ogummaa barsiisummaa irratti baase bu'aa isaa calaluun waan dhiyeesseef kaadhimamtootni ulaagaa kaa'ame guuttanii darbitan qaamaan argamuun guyyaa 26/1/2019 sa'atii 2:30tti argamtan waamicha isiniif taasisee jira