Waamicha Qaxarrii !!!📢
🚩Congratulations🎴Oromia Revenues Bureau🎴 Call For recruitment
👉Ariifachiisaa !!!
📢Waamicha Qaxarrii !!!📢
✍️Akkuma beekamu Biiroon Galiiwwan Oromiyaa baaksisa Ogeeyyii Jalqabaa qaxaruudhaaf baaseen guyyaa gaafa 13/10/2018 giddu gala 11 irratti karaa ‘ OROMIA STATE UNIVERSITY’ qormaata madaallii gahumsaa qoruunsaa ni beekama.
Haaluma Kanaan, bu’aan qormaata Gahumsa Amalaa 30% keessaa, Gahumsa Teekinikaa 30% fi GPA 40% keessaa; Ida’ama qabxii 100% madaalamanii Gitoota Hojii banaa dorgommiin irratti geggeeffame 19n irratti kan darbitan fi eeggataa kan taatan maqaan keessan waraqaa chaappaan Biiroo Galiiwwanii irratti dhameen qophaayee akka armaan gadiitti maxxansamee jira.
Kanaafuu, dorgomtoonni maqaan keessan tarreeffamee ibsame fuuldurarratti ‘Darbeera’ jedhamee ibsamee jiru hundi keessan Guyyaa gaafa 26/10/2018(Jimaata) waaree booda sa’atii 7:30 irratti Mooraa Galma Harsadee Magaalaa Bishooftuutti argamutti argamuudhaan CARRAA BAKKA RAMADDII akka kaastaniifi Guyyuma carraa kaastanirraa eegaltanii bakka ramadamtanitti argamuudhaan Waxabajjii 30/2018 dura qaxarrii keessan akka raawwattan cimsinee isinin beeksisna.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
<a href="https://elelanajobs.com/job/oromia-revenues-bureau-call-for-recruitment/" target="_blank" rel="noopener">https://elelanajobs.com/job/oromia-revenues-bureau-call-f...</a>